Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa Irreecha Hora Finfinnee eebban eegalchiisan

Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa Irreecha Hora Finfinnee bara 2018 eebban eegalchiisaniiru.

Ayyaanni Irreechaa bara kanaa guyyaa har’aa Hora Finfinneetti guyyaa boruu ammoo Hora Harsadeetti mata duree “ Irreecha Olka’iinsa Biyyaaf” jedhuun haala ho’aa ta’een kabajama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.