Fana: At a Speed of Life!

Sirni baniinsa bara hojii Manneen Maree lamaanii boru geggeeffama

Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FMC) – Sirni baniinsa bara hojii 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi bara hojii 5ffaa Mana Maree Federeeshinii boru geggeeffama.

Yeroon hojii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa guyyaa Wixataa xumura Baatii Fulbaanaa irraa hanga Waxabajjii 30tti akka ta’e ni beekama.

Haaluma kanaan waggaa 4ffaan bara hojii Mana Maree 6ffaa waan xumurameef sirni baniinsa waggaa 5ffaa bakka Pirezidaanti Taayyeen argamanitti boru sa’aatii 8 irratti geggeeffama.
 
Pirezidaanti Taayyeen manneen maree lamaan hojii isaanii eegaluu isaanii labsuun karoora waggaa Mootummaa Federaalaa hin dhiyeessu.

#Oromiya #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.