Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheeh Maahimmud waliin mari’atan.

Finfinnee , Onkoloolessa 2, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RFDI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheeh Maahimmud waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii dabarsaniin, har’a pirezidaantii Rippabiliika Federaalawaa Somaaliyaa waliin mari’anneerra jedhan.

Maree isaaniinis dhimmoota gamlamee fi naannawaa irratti mari’achuu isaanii ibsaniiru.

#Ethiopia #Oromia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.