Chelsiin Nootingaam Foorestiin injifate
Finfinnee, Onkoloolessa 8, 2018(FMC) – Tapha Piriimiyeer Liigii Ingiliziin Chelsiin Notiingaam Foorestiin 3-0’n injifateera.
Tapha jalqabaa torbee 8ffaa Liigichaan Chelsiin kilabicha Dirre fi deggertoota isaa fuulduratti kan injifate.
Tapha walakkaa jalqabaatiin galchii tokkollee lakkoofsisuu kan hindandeenye Chelsiini tapha walakkaa 2ffaan taphattoota lama jijjiiruun caalmaa fudhatee qabxii sadii milkeessee ba’eera.
Joosh Acheemboongi, Peediroo Neetoo fi Riis Jamsi Cheelsiif galchuu warra lakkoofsisee dha.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna