Fana: At a Speed of Life!

Tamsaasni Televizhiinii adda citee ture deebi’e

Sababa jijjiirama qilleensaa olaanaa naannawaa Israa’elitti mudatee tureen humni teelee poortii dhaabbata saatalaayitii dhiyeessu ‘SES’ addaan citee ture.

Tamsaasni Televizhiinii Faanaa fi Faanaa Pilaas akkasumas buufataalee televizhiinii biyya keenyaa hedduun adda citee ture yeroo tamsaasatti deebi’aniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.