Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Finfinnee, Sadaasa 10, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaafi Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.

Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaafi Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ibsaniiru.

Turtii Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Finfinneetti taasisan bu’aa qabeessa akka ta’u aadde Adaanech Abeebeen hawwii isaanii ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.