Shaampiyoonaa Biskiileetii Afrikaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argattee
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Biskiileetii Afrikaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argattee
Dorgommii guddattootaa kanaan Tsiggee Kaahaasaay tokkoffaa bahuun xumurteetti.
Tsiggee Kaahaasaay kiiloomeetira 14 daqiiqaa 19 fi seekoondii 59 fi Maayikiroo seekoondii 09 xumurteetti.
Dorgommii kanaan Raaheel Tammanaa 4ffaa bahuun xumurteetti.
Dorgommii Shaampiyoonaa Biskileetii Afrikaa Keeniyaa Kiwaaleetti eegaleen Itiyoophiyaan meedaaliyaa warqee 1 argachuun dorgommicha dursuu eegalteetti.
Warqinaa Gaashaahuuntu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.