Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad ayyaana qillee warra Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana qillee warra Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Yeroon kun gaarummaan daangaa ce’aa ta’uu fi abdii ammoo waloon ijaaruu akka dandeenyu nutti agarsiisa jedhan ergaa isaaniin.

Hawaasni addunyaa ayyaana kana kabajdan hundi baga nagaan geessan jedhan.

Ayyaanni qillee warra Faranjootaa har’a sagantaalee garaagaraan biyyoota adda addaatti kabajamaa jira.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.