Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa warra faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa warra faranjootaa bara 2026 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad michuuwwanii fi hiriyoota keenya hundaaf barri haaraan bara gaarii akka ta’uun hawwa jedhaniiru ergaa isaaniin.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.