Maanchister Yuunaayitiid Eevertan waliin…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer Liigii Ingiliz torbee 27ffaan Eevertan Dirree isaa irratti Maanchister yuunaayitiid ni keessummeessa.
Injifannoo afur walitti aanse erga galmeessee booda qabxi qixaa kan galmeesse Maanchister Yuunaayitiid gara injifannootti deebi’uuf dirree seena.
Gareen lameen taphoota shan waliin taphatan keessaa Maanchister Yuunaayitiid yeroo lama yoo injifatu Eevertan si’a tokko injifachuun lama immoo qixaan adda bahaniiru.
Maanchister Yuunaayitiid tapha har’aa yoo injifate qabxii isaa gara 48 titti guddisuun sadarkaa 4ffaa Cheelsiirra fudhata.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.