Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Israa’el waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog waliin mari’ataniiru.
Pireezidaanti Taayyeen gama Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin, daawwannaa hojiif Finfinneetti kan argaman Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog waajjira isaaniitti simachuun mari’achuu ibsaniiru.
Walitti hidhamiinsa seenaa fi aadaa biyyoota lameen giddu jirurratti mari’ataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.