Fana: At a Speed of Life!

Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa – Injinar Ayishaa Mahaammad

Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa jedhan Ministirri

Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa – Injinar Ayishaa Mahaammad

Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad.

Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Birbirsa Goorootti sagantaalee addaan kabajamaa jira.

Raayyaan Ittisaa nageenya ummataa fi biyyaa waaressuurraa darbee birmadummaa biyyaaf wareegama kaffalaa jira jedhan Injinar Ayishaa Mahaammad ergaa saganticharratti dabarsaniin.

Injifannoon Adwaa mallattoo gootummaa, namuusaa, tokkummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa jechuun ibsan.

Wayita ayyaanicha kabajnu wareegama abbootii keenyarra dhaabbachuun seenaa haaraa hojjechuuf murannoo qabaachuu mirkaneessuni jedhan.

Injifannoon Adwaa Itiyoophiyaanota qofa osoo hin taane ummata gurraachaa maraaf asxaa bilisummaa kan ta’eedha jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.