Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Warradee waliin mari’atan

Finfinnee, Bitooteessa 29, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Warradee waliin mari’ataniiru.

Waajjirri Ministira Muummee ergaa miidiyaa hawaasummaa isaan dabarseen, Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa gabaasa waggaa Pirezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Warradee dhiyeessan gamaaggamuun bu’aalee isaa irratti mari’achuu ifoomseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.