Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Baahir Daar Magaalaa Adaamaa injifate

Finfinnee, Ebla 2, 2018( FMC)- Tapha CBE Pirimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaan Magaalaan Baahir Daar Magaalaa Adaamaa galchii 2 fi 1’n injifateera.

Tapha sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatame kanarratti Biruuk Simuufi Anteenee Tafarraan Magaalaa Baahir Daariif galchii galchaniiru.

Biiniyaam Ayitan ammoo rukuttaa adabbiin Magaalaa Adaamaaf galchii tokko lakkoofsiseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.