Fana: At a Speed of Life!

Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu

Finfinnee, Ebla 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 27ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.

Haaluma kanaan guyyaa sa’aatii 7:00 eegalee Shaggar Nageellee Arsii, waaree booda sa’aatii 10:00 jalqabee Aarbaa Minci Qudduus Giyoorgis waliin Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti ni taphatu.

Akkasuma waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee Maqaalee 70 Indaartaan Yuunivarsiitii Walwaaloo Addigiraat, sa’aatii 12:00 jalqabee Magaalaan Hawaasaa Midira Gannat Shiree waliin Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti ni taphatu.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.