Fana: At a Speed of Life!

Tapha Piriimer Liigii Itiyoophiyaan har’a Qiddus Giyoorgis Magaalaa Adaamaa waliin ni taphata

Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Qiddus Giyoorgis Magaalaa Adaamaa waliin Istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatu

Guyyaa sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatu

Taphoota liigichaa guyyaa kaleessaa taphatamaniin Magaalaan Shaggar Magaalaa Baahir Daar galchii 2 fi 0’n, Walaayittaa Diichaan Midragannat Shiree galchii 1 fi 0’n yoo injifatan Itiyoo-Elektirikii fi Itiyoo-Madin 1 qixa bahuun ni yaadatama.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.