Fana: At a Speed of Life!

Meelaatawarqi Hayiluun Uhuuruu Keeniyaataan waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Walitti Qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Meelaatawarqi Hayiluun Pireezidaantii duraanii Keeniyaa fi dursaa garee taajjabdootaa Gamtaa Afrikaa Uhuuruu Keeniyaataan mari’ataniiru.

Waan taajjaban ilaalchisee Aadde Meelaatawarqii fi miseensota boordichaa biroon waliin yaada wal jijjiiraniiru.

Dhimmoota filannoon boodaarratti mari’ataniiru.

Adeemsa filannoo hafeef gamtichi tumsa barbaachisu hunda taasisuuf murannoo qabaachuu Uhuuruu Keeniyaataan mirkaneessaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.