Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Baahir Daar galan

Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon magaalaa Baahir Daar galaniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ministira Muummee Itti aanaa obbo Tamasgeen Xurunaafi Af-Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar waliin ta’uun magaalaa Baahir Daar galuu Waajjirri Ministira Muummee ifoomseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.