Fana: At a Speed of Life!

Sirni awwaalcha Artiisti Ilfinash Qannoo Magaalaa Ambootti raawwate

Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC) – Sirni awwaalcha Ogeettii qabsoo fi kudhaama aartii Oromoo Artiisti Ilfinash Qannoo Magaalaa Ambootti raawwateera.

Sirna awwaalcha akkaataa seenaa fi oolmaa ishee madaaluun raawwateera.

Bakka maatii, firoottan, dinqisiifattonni, jiraattoonni magaalaa Amboofi naannawa ishee kumaatamaan lakkaa’aman argamanitti Mana Amantaa Kiristaanaa Iyasuus Ambootti raawwateera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.