Fana: At a Speed of Life!

Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee Hoggantoota Olaanoo Gamtaa Awurooppaa Waliin Mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) – Pirezidaantiin RDFI Taayyee Atsqasillaasee Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Dhimmoota Siyaasaa Gamtaa Awurooppaa, Ambaasaaddar Oloof Iskoog fi Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa, Anat Wabar, waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniis nagaafi tasgabbii fi misooma dinagdee dabalatee dhimmoota naannawichaa hedduu irratti kan xiyyeeffate ta’uu Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.