Godinaalee ja’an caaseffama haaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa:
1. Godina Baha Oromiyaa: Godina Harargee Bahaafi Haragee Lixaa
2. Godina Kibba Baha Oromiyaa: Godinoota Arsii, Arsii Lixaa, Baalee, Baalee Bahaa, Magaalaa Asallaafi Magaalaa Dodolaa
3. Godina Kibba Oromiyaa: Godinoota Booranaa, Booranaa Bahaa, Gujii, Gujii Lixaa, Magaalaa Bulee Horaa, Magaalaa Mooyyaleefi Magaalaa Shaakkisoo
4. Godina Kibba Lixa Oromiyaa: Godinoota Buunnoo Beddellee, Iluu Abbaa Boor, Jimmaa, Magaalaa Aggaaroo fi Magaalaa Mattuu
5. Godina Lixa Oromiyaa: Godinoota Horroo Guduruu Wallaggaa, Qellem Wallaggaa, Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaafi Magaalaa Najjoo
6. Godina Giddu Galeessa Oromiyaa: Godinoota Shawaa Bahaa, Shawaa Kaabaa, Shawaa Kibba Lixaa, Shawaa Lixaa fi magaalota Amboo, Baatuu, Hoolataa, Mojoo, Sandaafaa Bakkee, Shanoofi Walisoo hammatee bifa haaraan gurmaa’aniiru.