Aadde Alamituu Umood Pireezidaantii Naannoo Gaambeellaa ta’uun moggaafaman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 (FMC) –Naannoon Gaambeellaa Yaa’ii jalqabaa hundeeffama mana maree gaggeessaa jiruun Aadde Alamituu Umood Pireezidaantii Naannichaa taasisuun moggaasera.