Fana: At a Speed of Life!

Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waggaa 17 gadii Burundii galchii 3-0’n injifate

Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 (FMC) — Tapha marsaa jalqabaa dorgommii calallii CECAFA’n Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umurii waggaa 17 gadi gita isaa Buruundii galchii 3-0’n injifateera.

Tapha kana irratti galchiiwwan injifannoo Itiyoophiyaaf Zamikaa’el Miniyaahil, Akram Abdulsalaam fi Abdiisaa Guutamaa lakkoofsisaniiru.

Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umurii waggaa 17 gadii guyyaa lama booda Ugaandaa waliin taphata.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.