Fana: At a Speed of Life!

Obbo Adam Faaraah Walitti Qabaa Boordii Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa ta’an

Finfinnee, Sadaasa 8, 2019 (FMC)- Obbo Adam Faaraah Walitti Qabaa Boordii Garee Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa ta’aniiru.

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Obbo Adam Faaraah’f simannaa taasisuun, bara hojii gaarii akka ta’uuf hawwii gaarii qabu ibseera.

#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.