Fana: At a Speed of Life!

Tajaajillii Kaargoo fi Loojistiksii Itiyoophiyaa Daandii Qilleensaa Fe’umsaa filatamaa Afrikaa jedhame

Finfinnee, Sadaasa 13, 2019 (FMC) -Tajaajillii Kaargoo fi Loojistiksii Itiyoophiyaa 4ffaaf Daandii Qilleensaa Fe’umsaa filatamaa Afrikaa 2026 jedhamuun badhaafameera.

Badhaasichi Tajaajilli Fe’umsaa fi Loojistikii Itiyoophiyaa sadarkaa ardii Afrikaa fi addunyaarratti tajaajila fe’umsaa saffisaa, si’ataa fi qulqullina olaanaa qabu kennuudhaan dorgommii keessatti dandeettii olaanaa fi raawwii gaarii akka qabu kan mirkaneessudha.

Waggoota afuriif walitti aansuun beekamtii kana argachuun isaa immoo dhaabbatichi damee tajaajila fe’umsaa idil-addunyaa keessatti sadarkaa cimaa fi kabajamaa ta’e irra akka jiru kan agarsiisudha.

#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddaa #UummataGuddaa #Mul’ataGuddaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.