Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Seeraaliyoon waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 14, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Pireezidaantii Seeraaliyoon Juuliyes Maadaa Biiyyoo waliin mari’ataniiru.

Konfiraansii Fayyaa Hawaasaa Afrikaa 5ffaa cinaatti dhimmoota hariiroo waloo caalmaatti cimsanii fi faayidaa waloo guddisanirratti mari’anneerra jedhan Dooktar Abiy Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.