Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi Embaasiiwwan Finfinneetti argamaniif ergaa baga bara haaraan isin gahee dabarsaa jira

Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC)- Ministeerri Dhimma Alaa Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee godhataniif bara haaraa Itiyoophiyaa sababeeffachuun ergaa baga bara haaraan isin gahee dabarsaa jira.

Haaluma Kanaan bakka bu’oonni ministeerichaa Embaasiiwwan Yoordaanos fi Iqquwaatooriyaal Giiniitti qaamaan argamuun bara haaraa sababeeffachuun hawwii gaarii qaban ibsaniiru.

Fiqirtee Kabbadaan.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.