Mootummaan naannichaa Weerara ABUT qolachuufi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf qophiidha jedhe
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Beenishaangul Gumuz tattaaffii weerara gareen shororkeessaa ABUT naannolee Amaaraafi Afaaritti eegale qolachuufi birmadummaa biyyaa…