Oduu biyya keessaa Guyyaan tajaajiltummaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 9, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Guutuu biyyattiitti guyyaan tajaajiltummaa hojiilee tola ooltummaan kabajamaa jira. Guyyaa tajaajiltummaa ilaalchisee hoggantoonni olaanoon Ministeerota…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa ture waliin yoo madaalamu karoorri bara 2014 milkaa’aa ture- Obbo Dammaqaa Makonnin Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Dhiibbaa hunda galeessa biyyattii keessa ture waliin yoo madaalamu karoorri bara 2014 milkaa’ina kan qabu ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Godinaaleen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godinaaleen Walaayittaa, Kafaafi Kambaataa Xambaaroo Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan. Bulchiinsi godinaafi uummanni Walaayittaa Raayyaa Ittisa…
Oduu biyya keessaa Godinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 39.5 ol taasise Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godinni Jimmaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 39.5 olitti tilmaamu taasise. Godinichi deeggarsa sangoota 250, re’ootaa 12 fi hoolota…
Fayyaa Walga’iin piroojektii laaboraatoorii TB cimsuu gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Walgahiin Koree Qindeessituu Piroojektii Laaboraatoorii TB Giloobaal Fandii Fayyaa Hawaasaa naannawaa Bahaa, Giddugaleessaafi Kibba Afrikaa 8ffaan magaalaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen Waldaa “Muyaa Ityoophiyaa” daawwatan Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)-Kantiibaan magaalaa Finfinnee fi hoggantoonni olaanoon magaalichaa oomishtootaafi oomishtummaa jajjabeessuuf Waldaa dhuunfaa itti gaafatamummaansaa murtaa’e…
Biiznasii Bara baajatichaatti oomisha warqeerraa galii Doolaarri miiliyoonni 560 ol argameera- MA Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Bara baajataa 2014tti oomisha warqeerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miiliyoonni 60 argamuu Ministeerri Albuudaa ibse. Ministeera Albuudaatti…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa oomishaafi oomishtummaa dabaluuf indaastiriiwwan oomishaa waliin mari’ate Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee oomishaafi oomishtummaa dabaluuf indaastiriiwwan oomishaa waliin mari’ate. Bulchiinsi magaalichaa guyyaa oomishtummaa…
Teeknooloojii Ministeerichi Aliibaabaa Giruuppi waliin waliigaltee uume Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Ministeerri Innooveeshiniifi Teekinooloojii fi Aliibaabaa Giruuppi hojii uumtotaaf leenjii haala kennuu danda’anirratti waliigaltee uuman. Waliigaltichi …
Oduu biyya keessaa Galteewwan albuudaa alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf hojjetamaa jira- Injinar Taakkalaa… Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Galteewwan albuudaa alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan…