Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dammi tooniin kumni 77 ol oomishamuu ibsame Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara baajataa 2014tti dammi tooniin kumni 77 fi 894 ol oomishamuu ibsame. Inisheetiivota haaraa akka biyyaatti jalqabaman keessa…
Ispoortii Cheelsiin leenjisaa Toomaas Tuusheelsiin gaggeesse Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Gareen Kilabii Kubbaa Miilaa Ingiliz Cheelsiin leenjisaa Toomaas Tuusheelsiin gaggeessuu beeksise. Kilabichi tapha Shaampiyoonsi liigii Daayinaamoo…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti egzibiishiniifi baazaariin qonna magaalaa baname Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)-Magaalaa Finfinneetti Egzibiishiniifi Baazaariin qonna magaalaa oomishaaleen gatii gadi aanaan itti dhiyaatan baname. Guyyaa oomishtummaa sababeeffachuun…
Oduu biyya keessaa Jilli miseensota biyyoota yaa’a Abbaay irraa walitti babba’e HGHI daawwate Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Jilli miseensota biyyoota yaa’a Abbaay irraa walitti babba’e Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa daawwate. Jilichi hayyoota qorannoo dhaabbilee qabeenya…
Oduu biyya keessaa Godinichi Avookaadoo gabaa alaaf dhiyeessuuf hojii sassaabbii eegaluu ibsame Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti oomishaa avokaadoo sanyii fooya'aa gabaa biyya alaatti erguuf sassaabbiinsaa eegalamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Fayyaa Chaayinaan taalallii vaayireesii Koronaa qilleensaan fudhatamu hojiirra akka ooluu eeyyamte Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Chaayinaan taalallii vaayireesii Koronaa qilleensaan fudhatamu hojiirra akka ooluu eeyyamuu gabaafame. Taalalichi waarshaa qorichaa kaansinoo jedhamuun…
Oduu biyya keessaa Komishinichi hawaasni wayita ayyaana kabaju balaarraa akka of eegu yaadachiise Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Hawaasni ayyaana jijjiirraa baraafi ayyaanota biro wayita kabaju balaarraa akka of eegu komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Abidaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Oomishtummaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Guyyaan oomishtummaa mata duree” milkaa’ina oomishtummaaf tattaaffii waloo guddina biyyaaf” jedhuun magaalaa Finfinnee galma Barkumeetti kabajamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa, Moozaambiikiifi Hindii gidduutti hariiroo uummataa cimsuuf mariin gaggeeffame Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Ityoophiyaa, Moozaambiikiifi Hindii gidduutti hariiroo uummataa akkasumas paarlaamaa haala cimsuun danda’amurratti mariin gaggeeffame. Af-yaa’iin Mana…
Oduu biyya keessaa Azeezootti shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture 308 to’atame Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Magaalaa Gondar Kutaa Magaalaa Azeezoo Xeeddaatti shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture 308 to’atame. Shugguxiin kunneen sakatta’iinsa kutaa…