Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 159 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Balallii marsaa sadiin guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 159 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa…