Oduu biyya keessaa Biyyi walharkaa fuudhinsa dhalootan ijaaramti… Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Biyyi bu’aa yookaa hojii yeroo tokkoo qofaan hin jiraamtu. Kan ijaaramtu walharkaa fuudhinsa dhalootatiin. Tokkoon tokkoo dhalootaa imaanaa fudhate bahatee, ashaaraa isaa kaa’ee,…
Oduu biyya keessaa Kaayyoon Itiyoophiyaa gahuu yookaan hordofuu osoo hin taane dursuudha- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Kaayyoon Itiyoophiyaa gahuu yookaan hordofuu osoo hin taane dursuudha jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Yaa’iin biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi imala jijjiiramaa Itiyoophiyaa ni deeggara- Kilaavar Gaateetee Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Komishiniin Diinagdee Afrikaa imala jijjiiramaa Itiyoophiyaa ni deeggara jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Komishinii Diinagdee Afrikaa Kilaavar…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa fuudhan Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 11 fuudhaniiru. Ambaasaaddaroota Sa’ud Arabiyaa, Koongoo,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni kutannoo diimokiraasiif qaban filannoon agarsiisan- Mahaammud Alii Yusuuf Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf Itiyoophiyaanonni kutannoo diimokiraasiif qaban filannoo waliigalaa 7ffaan agarsiisaniiru…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Ingiliz tumsa qaban cimsuuf murannoo qabaachuu ibsan Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Ingiliz tumsa gamlamee qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu mirkaneessaniiru. Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Oduu biyya keessaa Dameen Albuudaa misooma indaastiriif carraa haaraa uumaa jira- Ministeericha Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Dameen Albuudaa misooma indaastiriif carraalee haaraa uumaa jira jedhan Ministir Deetaan Ministeera Albuudaa Injinar Haannaa Birhaanuun. Injinar…
Oduu biyya keessaa Qonni Itiyoophiyaa bu’uura birmadummaa ta’eera- Dooktar Maandafroo Nugusee Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Qonni Itiyoophiyaa bu’uura birmadummaa ta’eera jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Inistiitiyuutii Ce’umsa Qonnaa Dooktar Maandafroo Nuguseen. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Fooyyessiin diinagdee gooroo mandhalee tasgabbii fi amanamummaa biyya keessaa deebise- Dooktar… Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Fooyyessiin diinagdee gooroo mandhalee tasgabbii fi amanamummaa biyya keessaa deebiseera jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny.…
Oduu biyya keessaa Yuuniivarsiitiin Arsii barattoota kuma 1 fi 300 ol eebbisiise Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Yuuniivarsiitiin Arsii barattoota saayinsii fayyaa fi Seeraan leenjisaa ture kuma 1 fi 355 guyyaa har’aa eebbisiiseera. Sagantaa eebbaa kanarratti…