Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii bilisummaa odeeffannoo raggaasise Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 28ffaa gaggeesseen labsii bilisummaa odeeffannoo qorachuun raggaasiseera. Walitti qabaan Koree…
Oduu biyya keessaa Faransaay filannoon waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan xumuramuu hordofee ergaa baga gammaddanii… Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Mootummaan Faransaay filannoon waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan xumuramuu hordofee ergaa baga gammaddanii dabarseera. Mootummaan biyyattii ergaa isaan…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa oomisha dammaa irratti bu’aa qabatamaa galmeessisaa jira- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Ashaaraan Magariisaa oomisha dammaa irratti bu’aa qabatamaa galmeessisaa jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Taphoonni ramaddii waancaa addunyaa marsaa 3ffaan har’as itti fufanii taphatamu Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018(FMC)- Taphoonni ramaddii waancaa addunyaa marsaa 3ffaan guyyaa har’as itti fufanii ni taphatamu. Halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee dursitee darbuu ishee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Niwuuzilaand waliigaltee carraa gabaa gam-lamee mallatteessan Ayana Dheressa Jun 25, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Niwuuzilaand waliigaltee carraa gabaa gam-lamee waliif mallatteessaniiru. Waliigaltichi adeemsa Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan filannoo waliigalaa 7ffaa milkaa’inaan gaggeessuu Raashiyaan dinqisiifatte Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan filannoo waliigalaa 7ffaa karaa nagaafi diimookiraatawaa ta’een milkaa’inaan gaggeessuu Raashiyaan dinqisiifatteerti. Ministeerri Dhimma…
Oduu biyya keessaa Ilaalcha gargaaramtummaa jalaa bilisoomuun dhimma kabajaafi birmadummaa biyyaati- Obbo Kaffaaloo… Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Ilaalcha gargaaramtummaa jalaa bilisoomuun dhimma gaaffii diinagdee deebisuu qofa osoo hintane dhimma kabajaafi birmadummaa biyyaati jedhan Hoogganaan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbii bara kanaaf biqiltuu biiliyoonni 5.3 ol qophaa’eera- Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Dhaabbii bara kanaaf biqiltuu biiliyoonni 5 fi miiliyoonni 300 ol qophaa’eera jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Naareendiraa Moodiin Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad fi Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga… Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin Ministira Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad fi Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Filannichi milkaa’inaan gaggeeffamuun kutannoo Itiyoophiyaan bulchiinsa diimokiraasiif qabdu… Ayana Dheressa Jun 23, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Filannoon waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan gaggeeffamuun kutannoo Itiyoophiyaan bulchiinsa diimokiraasiif qabdu agarsiisa jedhe Dhaabbanni Misoomaa…