Oduu biyya keessaa Lammiileen alaa warqee hatan to’ataman Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Lammiileen alaa warqee hatan to’atamuu Ministeerri Albuudaa beeksise. Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaa ibsa laataniin,…
Idil Addunyaa Yeroon turtii aangoo mootummaa Sudaan Kibbaa waggoota 2’f dheereffame Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014(FBC)- Yeroon turtii aangoo mootummaa Sudaan Kibbaa waggoottan ittaanan 2’f akka dheeratuuf murtaa’uu Komishiniin Hordoffiifi To’annoo Haaromsa Waloo biyyattii…
Oduu biyya keessaa Biirichi rifoormii sirna barnootaa haaraarratti marii gaggeessaa jira Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa,riifoormii sirna barnootaa haaraa fi kallattii gara fulduraa irratti qooda fudhattoota waliin Magaalaa Adaamaatti mari’achaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saaniin jila Baankii Addunyaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa jila Baankii Addunyaa waliin mari’achuu ibsame. Kaayyoon mariisaanii haala hojiileen bu’uuraalee…
Biiznasii Suuqiin gogaafi bu’aalee gogaa qaraxarraa bilisaa baname Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Suuqiin gurgurtaa gogaafi bu’aalee gogaa qaraxarraa bilisaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti banamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Sudaan Kibbaa deeggarsa Ityoophiyaaf qabdu irra deebiin mirkaneessuu ibsame Ayana Dheressa Aug 31, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon Sudaan Kibbaa deeggarsa cimaa biyyisaanii Ityoophiyaaf qabdu irra deebiin mirkaneessan. Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa…
Oduu biyya keessaa Oomishaa bunaa guddisuuf deeggarsi taasifamu cimee itti fufa-Obbo Dassittaa Leeddaamoo Ayana Dheressa Aug 31, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Oomishaafi qulqullina bunaa guddisuuf deeggarsi qonnaan bultootaaf taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassittaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saaniin dhiyeessii maallaqaa misooma manneeniirratti dhaabbilee maallaqaa waliin… Ayana Dheressa Aug 31, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin dhiyeessii maallaqaa misooma manneeniirratti dhaabbilee maallaqaa waliin…
Oduu biyya keessaa Indaastirichi Uffata seeraa Raayyaa Ittisaa fi Humna Addaa Oromiyaa oomishuu eegale Ayana Dheressa Aug 31, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Paarkiin Indaastirii Hawaasaa Uffata seeraa Raayyaa Ittisaa fi Humna Addaa Oromiyaa oomishuu eegaluu Korporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen Amantaa duudhaaleen waloo akka cimuuf qoodni isaanii olaanaa ta’uu ibsame Ayana Dheressa Aug 31, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Miidiyaaleen Amantaa duudhaaleen waloo fi waliin jireenyi akka dagaaguuf ga’een isaanii olaanaa ta’uu Abbaan Taayitaa miidiyaalee Ityoophiyaa ibse.…