Magaalichatti ayyaanni Adwaa 126ffaan nagaan kabajamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti ayyaanni injifannoo Adwaa 126ffaan nagaan kabajamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Ayyaanichi nagaan akka kabajamuuf…