Miisiyoonichi lammiileen Ityoophiyaa 139 gara biyyaatti akka deebi’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Miisiyoonichi Ityoophiyaanota 139 karaa seeraan ala gara Afrikaa Kibbaatti imaluuf daangaa keeniyaa ce’uun Keeniyaa galan gara biyyaatti akka…