Oduu biyya keessaa Kitaabileen kuma 100 ol gara dijitaalaatti jijjiiraman Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Mana Kitaabaa Abrihootitti kitaabileen kuma 100 ol gara dijitaalaatti jijjiiramuun namoonni bakka jiran ta’anii fayyadamuu akka danda’an taasifamuu…
Oduu biyya keessaa Hirmaattoonni leenjii marsaa 3ffaa pirojektoota garaagaraa daawwatan Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)-Hooggantoonni mootummaa mata duree “Idaarraa Gara Mindaatti” jedhuun giddugalootaa garaagaraatti marsaa 3ffaan leenji’aa jiran pirojektoota misoomaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu Godaambaa Paartii Komunistii Magaalaa Shaangaay daawwatan Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)-Jilli Olaanaa Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Godaambaa Paartii Komunistii Magaalaa Shaangaayitti argamu…
Ispoortii Fiigichi Guddichi 23ffaan gaggeeffame Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Dorgommiin Fiigicha Guddichaa Itiyoophiyaa 23ffaan gaggeeffame. Sirna jalqabsiisa dorgommichaarratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee, Kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Itti Aanaa Kuubaa daawwannaaf Finfinnee galan Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Itti Aanaa Kuubaa Salvaador Vaaldees Meessaa daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Salvaador Vaaldees Meessaa wayita Buufata Xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen 78 Beeruutirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Beeruutitti deeggarsa Wajjira Qonsilaa Jeneraalaa Itiyoophiyaan gara biyyaatti akka deebi’aniif haala mijateen lammiileen 78 gara biyyaatti deebi’uun…
Oduu biyya keessaa Sanadni raawwachiisa tarsiimoo ittisaa yakka qindaa’aa biyyaalessaa qophaa’e Debela Tadesse Nov 17, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC)- Sanadni raawwachiisa tarsiimoo ittisaa yakka qindaa’aa biyyaalessaa qophaa’uu Ministeerri Haqaa beeksise. Sanadicharratti qaamolee dhimmichi ilaallatu…
Oduu biyya keessaa Paakistaanitti sirni beeksisa kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” gaggeeffame Debela Tadesse Nov 17, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC)- Paakistaanitti Embaasiin Itiyoophiyaa sirna beeksisa Kitaaba “Dhaloota Ida’amuu” Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barreeffame gaggeesseera.…
Oduu biyya keessaa Sochiin invastimantiiwwan Magaalaa Shaggar daawwatame Debela Tadesse Nov 17, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC)- Jilli Kantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu sochii invastimantii magaalichaa daawwateera. Daawwannicharratti sochiin…
Fayyaa Baankiin Misooma Itiyoophiyaa deeggarsa meeshalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 31 taasise Debela Tadesse Nov 17, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC)- Baankiin Misooma Itiyoophiyaa Giddugala Wal’aansa Daa’imman Dhukkubsattoota Onneef deeggarsa meeshalee tajaajila baqaqsanii wal’aanuu Birrii miiliyoona 31…