Oduu biyya keessaa Ataasheewwan biyyoota garaagaraa Hidha Haaromsaa daawwatan Debela Tadesse Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Ataasheewwan loltummaa biyyoota garaagaraa teessoon isaanii Finfinnee ta'e Hidhaa Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa daawwataniiru. Daawwannaa…
Fayyaa Ameerikaan talaallii jalqabaa vaayirasi Chikunguniyaa raggaasiste Debela Tadesse Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Ameerikaan addunyarratti talaallii jalqabaa vaayirasii Chikunguniyaa tajaajilarra akka ooluuf raggaasiste. Vaayirasichi cininnaa bokeen kan…
Oduu biyya keessaa Koreen filannoo Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa hojii eegale Debela Tadesse Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Koreen filannoo kaadhimamtoota Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa hojii eegaluu beeksiseera. Walitti Qabaan Korichaa Lubni Taagaay…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Silaashii Baqqalaan Seenaatara Ameerikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Ameerikaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Seenatara Ameerikaa Maayik Roondis waliin mari’ataniiru. Mariin isaaniis…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Saa’ud Arabiyaa galan Debela Tadesse Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Saa’ud Arabiyaa Riyaad galeera. Jilichis yaa’ii jalqabaa Afrikaa-Saa’ud Arabiyaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech muuxannoo karooraa misoomaa, sirna faayinaansii fi galii walitti qabuu Finfinnee… Debela Tadesse Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen, karoora misooma fuulduree, sirna faayinaansii fi galii walitti qabuu bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa deeggarsa guddina sassaabbii galii biyya keessaaf taasisu kan itti fufuu beeksise Debela Tadesse Nov 9, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Baankiin Addunyaa guddina sassaabbii galii biyya keessaa Itiyoophiyaa guddisuuf tattaaffi taasifamuuf deeggarsa taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti Birrii miiliyoona 110’n hojiin boolla bishaanii qotuu gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Nov 9, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti rakkoo bishaan dhugaatii qulqulluu furuuf Birrii miiliyoona 110’n hojiin boolla gadi fagoo qotuu gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin Paarkii “TeeknooTeekistayilii Itiyoo-Kooriyaa” jalqabaa eebbifame Debela Tadesse Nov 9, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC)–Pirojektiin Paarkii “TeeknooTeekistayilii Itiyoo-Kooriyaa” jalqabaa eebbifameera. Sirna eebba pirojektichaarratti Hoji Raawwachiisaa Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii nageenya waaraarratti xiyyeeffatee gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Nov 9, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Mata duree “Bu’uuraalee Ijaarsa Biyyaa” jedhuun waltajjiin marii nageenya waaraa mirkaneessuuf xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira.…