Finfinneen Federeeshinii Magaalota Tuuriizimii Idil Addunyaatti makamte
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)-Magaalaan Finfinnee miseensa Federeeshinii Tuuriizimii Idil Addunyaa taate.
Ittaanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay…