Oduu biyya keessaa Yaa’iin Barnootaa Finfinnee eegale Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Yaa’iin Barnootaa Finfinnee, bara barnootaa 2016 mata duree “Hirmaannaa hunda galeessaa fooyya’insa sadarkaa dhaabbilee barnootaa” jedhuun gaggeeffamuu…
Oduu biyya keessaa DhFA Koomiishinii Haaromsa Biyyaalessaa haala deeggaruun danda’amu mari’ate Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)-Koomiishinarri Koomiishinii Haaromsa Biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ityoophiyaatti Itti Aantuu Bakka Buutuu Dhaabbata Fayyaa Addunyaa, Dooktar…
Oduu biyya keessaa Lammiilee miiliyoona 9’f carraa hojii haaraa uumuuf karoorfameera-Dooktar Fitsum Asaffaa Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Bara 2016 hanga 2018'tti kan hojiirra oolfamu karoora bara giddugaleessaan lammiilee miiliyoona 9’f carraa hojii haaraa uumuuf karoorfamuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee bara 2016 eegalee barattoota digirii jalqabaa dorgommiin akka simatu ibse Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee bara barnoota 2016 eegalee barattoota digirii jalqabaa dorgomsiisuun kan simatu ta’uu beeksise. Yuunivarsiitichi bu’uura…
Idil Addunyaa Shii Jiin Piing yaa’ii BRICS 15ffaarratti hirmaachuuf Afrikaa Kibbaa galan Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiin Piing yaa’ii hoggantoota ‘BRICS’ 15ffaarratti hirmaachuuf Afrikaa Kibbaa galaniiru. Pireezidaantichi wayita…
Oduu biyya keessaa Dhimmi lafa Shaggar akka feeteen akka hinqisaasamneef karaa dijitaalawaan akka hogganamu… Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Dhimmi lafa Shaggar akka feeteen akka hinqisaasamneef karaa dijitaalawaa ta'een akka hoggamu taasifamuu Kamtiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Dooktar…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa Ayyaana Ashandaa sababeeffachuun deeggarsa Birrii Miiliyoona 10 taasisan Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Abbootiin Gadaa Oromoo Ayyaana Ashandaa sababeeffachuun Naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisaniiru. Jilli Abbootii Gadaa Oromoo…
Idil Addunyaa Gamtaan Afrikaa Niijeeriin hirmaannaa miseensummaarraa uggure Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Gamtaan Afrikaa bara Faranjootaa Adoolessa 26, 2023 fonqolcha Mootummaa Niijeeritti gaggeeffame hordofee biyyattiin sochiiwwan hundarratti akka…
Oduu biyya keessaa Mootummaan ajjeechaa daangaa Saa’ud Araabiyaa fi Yamantitti mudate jedhame hordofaa jiraachuu ibse Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa ajjeechaa eegdoota Daangaa Saa’ud Araabiyaa fi Yamantitti mudate jedhame itti dhiyeenyaan hordofaa jiraachuu beeksie. Ministeerri…
Fayyaa Dhibee Onnee Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Dhibeen onnee tasaa kan namatti dhufu yoo ta’u hiddoonni dhiigaa, onneetiif raabsan tasaa wayita cufamaman kan mudatuudha. Dhibeen Onnee tasaa kunis…