Ispoortii Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 19ffaa har’a eegala Debela Tadesse Aug 19, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Idil Addunyaa 19ffaan har’a Buudaapeestittii eegala. Dorgommii har’aa eegaluun halkan sa’aatii 3:55 irratti fiigicha…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 22 olitti tlmaamaaman to’ataman Debela Tadesse Aug 19, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Koomishinii Gumurukaa Waajjiraa Damee Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 22 olitti timaamaman…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Arabaa Gamtoomanii waliin biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayiid Al Naahiyaan waliin biqiltuu…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiyii fi Pireezidaantiin UAE Goodaambaa Saayinsii daawwatan Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayiid Al Naahiyaan Goodambaa Saayinsii…
Oduu biyya keessaa Qabiinsi mirga namoomaa shakkamtoota labsii yeroo ariifachiisan to’ataamanii haala gaariirraa… Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Qabiinsi mirga namoomaa shakkamtoota labsii yeroo ariifachiisaan to’annoo jala olfamanii haala gaariirra jiraachuu Boordiin Qorataa Raawwii Labsii Yeroo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi UAE gidduutti waliigalteen dameewwan garaagaraa 17 mallatteeffame Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammaad Biin Zayid Al Naahiyaan waliin marii…
Oduu biyya keessaa Finfineetti ‘Ukee’ sababeeffachuun rookeettii ayyaanaa dhukaasuun dhorkaadha-Poolisii Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti ayyaanaa Ukee (Buhee) sababeeffachuun sirna Daamotii ibsuurratti rookeettii ayyaanaa dhukaasuun dhorkaa ta’uu Poolisiin Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Paarkii Indastirii Qilinxootti qaamolee xiyyaaraa oomishuuf waliigalteen mallateeffame Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Paarkii Indastirii Qilinxootti meeshaalee qaama xiyyaaraa oomishuuf sanadni waliigaltee mallateeffame. Waliigaltechi Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Tuuriizimii Naannoo Tigraay guddisuuf hojiileen eegalaman akka itti fufan ibsame Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Qabeenya tuuriizimii Naannoo Tigraay guddisuuf hojiileen eegalaman akka itti fufan Ministeerrii Tuuriizimii ibse. Ministirri Ministeerichaa…
Idil Addunyaa Dooniiwwan waraanaa Raashiyaa fi Chaayinaa gara odola Jaappaanitti siqaa jiraachuun gabaafame Debela Tadesse Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Ameerikaa, Jaappanii fi Kooriyaan Kibbaa wayita jala bultii yaa’ii gamsadee gaggeessuuf jiranitti dooniiwwan waraanaa Raashiyaa fi Chaayinaa garaa odolaa…