Biiznasii Baankiin Misooma Ityoophiyaa Birrii biiliyoona 6.4 buufate Debela Tadesse Aug 3, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Baankiin Misooma Ityoophiyaa Birrii biiliyoona 6.4 bu'aa argachuu beeksise. Baankichi bara baajatichatti guddina biyyattii ariifachisuuf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaa Amanteen Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Aug 3, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Evigeenii Taareekihiin waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Moodela Azerbaajaan hojiirra oolchuuf gareen hooggansa hirmaachise hundaa’e Debela Tadesse Aug 3, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Moodela Kenniinsa Tajaajila Mootummaan Azerbaajaan hojiirra oolche Ityoophiyatti hojiirra oolchuuf gareen hooggansa hirmaachise hundaa’e. Moodelli…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Jaappaan waliin mari’atan Debela Tadesse Aug 3, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Jaappaan Haayaashii Yoshiimaasaan waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Oduu biyya keessaa Warshaan Simmiintoo Kiiwuu Zhii Chaayinaa Oomishaa Simmiintoorratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibse Debela Tadesse Aug 3, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Warshaan Simmiintoo Kiiwuu Zhii Chaayinaa Magaalaa Dirre Dhawaatti oomisha Simmiintoorratti bobba’uuf fedhii qabaachuu beeksise. Gareen jilaa abbooti…
Oduu biyya keessaa Jaappaan walta’iinsa gamlameenii fi Idil Addunyarraatti Ityoophiyaa waliin hojjechuuf murannoo ishee… Debela Tadesse Aug 3, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Jaappaan walta’iinsa gamlameenii fi Idil Addunyarraatti Ityoophiyaa waliin hojjechuuf murannoo qabaachuu Ministirri Dhimma Alaa Biyyattii Haayaashii…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Hidha Guddicha Haroomsa Ityoophiyaaf Birriin miiliyoonni 682 ol walitti qabamuun… Debela Tadesse Aug 3, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti bara baajata 2015’tti Hidha Guddicha Haroomsa Ityoophiyaaf Birriin miiliyoonni 682.5 walitti qabamuu Wajjiirri Qindeessaa Hirmannaa…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’inaa Naannoo Kibbaarratti mariin xiyyeeffate gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Aug 3, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)-Mariin hoggantootaa gurmaa’ina Naannoo Kibbaarratti xiyyeeffate Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti Ittaanaan Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli galmeessaa siiviilii fi jiraattotaa ammayyaa’aan kennamaa jira-Aadde Adaanech Debela Tadesse Aug 3, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen tajaajilli galmeessaa siiviilii fi jiraattotaa ammayyaa’aan kennamaa jiraachuu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Pirojektii fooyyeessa jireenyaa naannawaa gammoojjiin horsiisee bultoonni miiliyoona 2 fayyadamtoota… Debela Tadesse Aug 3, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Pirojektii fooyyeessa jireenyaa naannawaa gammoojjiin horsiisee bultoonni miiliyoona 2 fayyadamtoota ta’uu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii…