Raayyaa Ittisa Biyyaa dirree waraanaatti dirqama bahachaa turaniif simannaan taasifame
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa, ajajoota waraanaa fi miseensoota raayyichaa dirree waraanaatti dirqama bahachaa turaniif, simannaan gootaa Gidduugala Leenjii…