Oduu biyya keessaa Warshaan Daabboo fi Daakuu Gondaritti ijaarame eebbifame Debela Tadesse Feb 22, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 15, 2015 (FBC)- Waajjira Giiftii Dureetiin Magaalaa Goondaritti kan ijaarame Gondaritti Warshaan Daabboo fi Daakuu eebbifameera. Sirna eebbichaarratti Afyaa’iin…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee naannawaa Magannaanya jedhamutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuun ibsame. Balichis Konkolaataan Awutoobisii…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahaammad jaarsolii biyyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad dhimmoota haala yeroorratti jaarsolii biyyaa waliin mari’ataniiru. Waltajjii marichaarratti…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo raawwii murtee ummataa Godinaa Walaayittaa irratti qorannoon dabalataa akka… Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Godinaa Walaayittaatti seera qabeessummaa adeemsa raawwii murtee ummataa mirkaneessuuf haalonni rakkisoon uumamuurraan kan ka’e qorannoon dabalataan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Fitsum Asaffaan Itti Gaafatamtuu Biiroo Afrikaa Sagantaa Misoomaa Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Itti Gaafatamtuu Biiroo Afrikaa Sagantaa Misoomaa Dhaabbataa Mootummootaa Gamtoomanii Ahunaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi UAE’n misooma indaastirii fi invastmantiirratti waloon hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Emereetonni Araba Gamtoomanii (UAE) misooma indaastirii fi dameewwan invastmantiirrattii waloon hojjechuuf waliigalaniiru. Jilli…
Oduu biyya keessaa Afrikaan jijjiirama qabeenya qilleensaa dhaabuuf tattaaffii taasiftu addunyaan maallaqaan deeggaruu… Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Afrikaan jijjiirama qabeenya qilleensaa dhaabuuf tattaaffii taasistu hawaasni Addunyaa maallaqaan akka deeggaran Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Binnaalfi Anduwaalam Itti Gaafatamtuu Biiroo Afrikaa Sagantaa Misoomaa Addunyaa waliin… Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Anduwaalam Itti Gaafatamtuu Biiroo Afrikaa Sagantaa Misoomaa Dhaabbataa Mootummootaa Gamtoomanii Ahunaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misooma Ityoophiyaa marsaa 4ffaaf leenjiin kennu boruu eegala Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa, Baankii Addunyaa waliin ta’uun intarpiraayizoota xixiqqaa fi giddu galeessaaf borurraa eegalee marsaa 4ffaaf leenjii kan…
Idil Addunyaa Joo Baayidan Yuukireenitti daawwannaa taasisaa jiru Debela Tadesse Feb 20, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Yuukireen Kiyeevitti daawwaanaa tasaa taasisaa jiraachuun gabaafame. Joo Baayidan Kiyeeviin galuun isaanii…