Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 21 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee gara biyyaattii deebisuu gaggeeffameen lammiileen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 21…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan wabii nyaataan of danda’uuf tattaaffiin taasistu biyyoota Afrikaaf fakkeenya akka ta’u… Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan qonna ammayyeessuun wabii nyaataan of danda’uuf tattaaffiin taasisaa jirtu biyyoota Afrikaaf fakkeenya akka ta’u ibsame. Walga’iin mata…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi lammiilee hongeen miidhamaniif taasifamu yeroon uummata bira qaqqabuu qaba jedhame Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Deeggarsi hongee dhufaa jiru sadarkaa hammeenya rakkichaan yeroon uummata bira qaqqabuu akka qabu Sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilastara…
Oduu biyya keessaa Ejensichi hoggantoota 57 gochaa seeraan alaarratti hirmaatan gaafatamoo taasise Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Ejensiin Galmeessa Ragaalee fi Taateewwan Murteessoo Magaalaa Finfinnee hoggantoota 57 gochaalee seeraan alaarratti hirmaatan itti gaafatamtoota seeraa fi…
Biiznasii Dhaabbatichi baatiiwwan 6’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 19.5 argachuu beeksise Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17 ,2015 (FBC)- Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galanaa fi Loojistiksii Ityoophiyaa, baatiiwwan ja'an darbanitti galii Birrii biiliyoona 19 .5 argachuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan DhMG keessatti hirmaannaa nagaa kabachiisuu qabdu cimsitee itti fufti-M/J Addaamnee… Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii keesattii hirmaannaa nagaa kabachiisuu qabdu itti fufsiisuuf, hojiileen bu’aa qabeessi cimaanii itti fufuu…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Waldaa Qaxxaamura Diimaa Addunyaa Finfinnee galan Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Waldaa Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa Mirjaanaa Ispoljaariik daawwannaa hojii guyyoota lamaaf har’a Finfinnee galaniiru.…
Biiznasii Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa gara Kooppanhaagenitti balalii eegaluufi Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa balalii gara Deenmaarki Magaalaa Kooppanhaagenitti taasisu irraa deebiin Caamsaa 22, 2023 eegaluuf akka ta’e beeksise.…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsi gatii nyaataa xiyyeeffannaa yoo hinarganne yaaddoo ta’ee itti fufa jedhame Debela Tadesse Jan 25, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2015 (FBC)- Qaala’iinsi gatii nyaataa Ityoophiyatti mul’atu xiyyeeffaanaa yoo hinargannee fi tarkaanfiin hinfudhatamne yaaddoo ta’ee akka itti fufu eerame.…
Oduu biyya keessaa Hayyoonni furmaata jajjaboo maddisisuun gahee isaanii akka bahatan Muummeen Ministiraa gaafatan Debela Tadesse Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Hayyoonni dhiibbaawwan hawaasummaa fi diinagdee garaagaraa Ityoophiyaa mudataa jiran hubachuun, fedhii isaanii haala qabatamaa waliin walsimsiisuu fi…