Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Awutoobisii Ambassaa fi Shaggar walitti makaman Debela Tadesse Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Awutoobisii Magaalaa Ambassaa fi Tajaajilli Geejjibaa Shaggar, Dhaabbata Tajaajila Awutoobisii Finfinnee jedhamuun dhaabbata tokkoo ta'uun…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa muudamoota garaagaraa MM Abiy Ahimadiin dhiyaatan mirkaneesse Debela Tadesse Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummata Walga’ii Idilee 9ffaa bara hojii 2ffaa har’a gaggeesseen muudamoota garaagaraa Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Biiznasii Ityoophiyaan Invastimantii alaa Doolaara Biiliyoona 2 hawwachuuf karoorfattee hojjechaa jirti Debela Tadesse Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Misoomaa fi Baankii Lafaa Invastimantii alaa Doolaara Biiliyoona 2 hawwachuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Shaggar qonna magaalaatiin fakkeenya akka taatuuf hojjetama jira jedhame Debela Tadesse Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Bulchinsa Magaalaa Shaggar Qonna magaalaatiin fakkeenya akka taatuuf hojjetama jiraachuun ibsame. Hoggantoonnii fi hojjettooni Magaalichaa Qonna…
Oduu biyya keessaa Deenmaark deeggarsa misoomaa Ityoophiyaaf taasistu cimsite akka itti fuftu beeksisfte Debela Tadesse Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministiri Ministeera Dhimmaa Alaa Dammaaqaa Mokonniin, Ministira walta’iinsa misoomaa Deenmaarki fi Ministira Jiijjirama…
Oduu biyya keessaa Balaawwan ibiddaa kaleessa mudataniin qabeenyi hedduun barbadaa’e Debela Tadesse Jan 24, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee fi Magaalaa Shaggaritti guyyaa kaleessaa balaawwan ibiddaa sadii mudataniin qabeenyi hedduun barbadaa’uu Koomishiniin Hoggansa Sodaa…
Oduu biyya keessaa Koomishinichi Chaambarii Idil Addunyaa Duubaay waliin invastimantii alaa babal’isuuf waliigale Debela Tadesse Jan 23, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Koomishiniin Invastimantii Ityoophiyaa Chaambarii Idil Addunyaa Duubaay waliin Invastimantii alaa babal’isuurratti waliin hojjechuuf waliigaleera.…
Biiznasii Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 200 olitti tilmaamuu to’atame Debela Tadesse Jan 23, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 218’tti tilmaamu to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise. Koomishinichi Amajjii 5-11, 2015’tti hordoffii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti yaa’iiwwan idil addunyaa gaggeeffamuun carraa bal’aa uumeera-Dooktar Ballaxaa Mollaa Debela Tadesse Jan 23, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Yaa’iiwwan Idil Addunyaa Ityoophiyaatti gaggeeffamuun biyyoonni alaa hedduun gara Ityoophiyaa akka dhufaniif carraa bal’aa uumeera jechuun Ministirri…
Oduu biyya keessaa Aadde Ayinaalam Niguseen Garee Jilaa Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 23, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalam Niguseen Afrikaa Bahaatti Garee Jilaa Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa waliin mari’ataniiru. Mariin…