Nageenyaa fi tokkumma keenyaa haqa qabeessummaa fi jalaalaan ijaaruu qabna-Abuune Maatiyaas
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Nageenyaa fi tokkumma biyyattii haqa qabeessummaa fi jalaalaan ijaaruu qabna jechuun Paatiriyaarkiin Mana Amntaa Ortodoksii Taawaahidoo Ityoophiyaa Abuune…