Oduu biyya keessaa Oromiyaatti duulli misooma sululaa eegale Debela Tadesse Jan 23, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Oromiyaatti duulli hojii misooma sulaalaa bara 2015 eegaleera. Duulli hojii misoomaa sululaa guutuu Oromiyaatti guyyaa har’aa eegaluu Ittaanaan Hogganaa…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa 2 to’ataman Debela Tadesse Jan 23, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Itti gaafatama isaanitti kennamee da’eeffachuun meeshaalee kontiroobaandiin alaa galfaman dabarsuuf kan yaalaan hojjettoonni Inistiitiyuutii Fayyaa…
Biiznasii Magaalattiitti taarifa gatii geejjibaarratti fooyya’iinsi taasifame Debela Tadesse Jan 20, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC)-Baatii Amajjii gatii qinxaaboo boba’aa irraatti sirreeffama gatii taasifame tilmaama keessa galchuun taarifa gatii geejjibaarratti fooyya’iinsi taasifamuu…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa ibse Debela Tadesse Jan 19, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaattii Ayyaanni Cuuphaa Finfinnee dabalatee naannolee biyyattii hundaatti nagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Somaalee raawwii baatiiwwan 6 gamaaggamaa jira Debela Tadesse Jan 19, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Naannoon Somaalee raawwii karoora bara 2015 baatiiwwan 6 biiroolee, godinaalee fi bulchiinsa magaalotaa gamaaggamaa jira. Waltajjii gamaaggamichaarratti…
Oduu biyya keessaa Balaa ibiddaatiin qabeenyi Birrii miiliyoona 6.2 barbaadaa’e Debela Tadesse Jan 19, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)-Magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti balaawwan ibiddaa sadii mudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 6.2’tti tilmaamamu barbadaa’uu Koomishiniin Hoggansa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana cuuphaa gamtaan kabajuutti gammanneerra-Jiraattota Magaalaa Aksum Debela Tadesse Jan 19, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Nageenyi waggootaaf nurraa fagaatee ture deebi’ee Ayyaana Cuuphaa gamtaa fi gammachuun kabajuutti gammanneerra jechuun jiraattonni Magaalaa Aksum ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanaa Cuuphaa fi Kataraa Finfinneerratti yakka hannaan shakkamtoonni 13 to’annoo jala oolfaman Debela Tadesse Jan 19, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Ayyaanaa Cuuphaa fi Kataraa Finfinneerratti yakka hannaan shakkamtoonni 13 to’annoo jala oolfaman. Bilbiloonni Moobaayilaa namootaa jalaa hataman 20…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Naannoo Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz dhimma nageenyaarratti mari’atan Debela Tadesse Jan 19, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo Naannoo Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz dhimmaa nageenyaarratti Magaalaa Asoosaatti mari’ataniiru. Waltajjii marichaarratti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni cuuphaa duudhaa amantaa fi aadaatti dabalataan hambaa addunyaa ta’eera-Obbo Qajeelaa… Debela Tadesse Jan 19, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Duudhaalee amantaaleen hundi qaban gaarummaaf itti faayadamuu qabna jechuun Ministirri Minnisteeraa Aaadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan. Obbo…