Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Finfinnee galan Sifen Megersa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Zyiin daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ministirichi wayita Buufata Xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Koreen Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa Proojektii Soolaarii dhiyeessa Bishaanii naannoo Somaaleetti… Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa Proojektii Soolaarii dhiyeessa Bishaanii naannoo Somaaleetti hojjechaa ture dabarseera. Korichi naannoo…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan karaa seeran alaan waraqaa eenyummaa qopheessaa ture to’atame Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti namni dhuunfaan gochaa shororkeessummaaf karaa seeran alaan waraqaa eenyummaa qopheessaa ture to’atamuu Koreen Qajeelcha Labsii…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa lammiilee qabeenya isaanirra buqqa’aniif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Manni Maree Dhimma Islaamummaa olaanaa Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa lammiilee sababa rakkoo nageenyaan buqqaa'aniif deeggersa meeshaalee…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee dhaabbilee Paarkoota Indaastirii muudatan furuuf mariin gaggeeffame Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Rakkoolee dhaabbilee Paarkoota Indaastirii muudatan furuuf haala dandeessissurratti mariin gaggeeffameera. Maricharrtti Ministir…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa biyyaa malee waraana hin feenu, yaa ta’uutii diina biyya diiguuf socho’u barbadeessuun… Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Diinni moo’ameera, hojiin itti aanu diina bittinneessuu fi barbadeessudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Diinni yeroo…
Oduu biyya keessaa Itti aantuu dura teessuun Rippablikaanii Koolooraadoo Parsiilaan Raahan sosochii #Ni Ga’aatti… Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Itti aantuu dura teessuun Rippablikaanii Koolooradoo Parsiilaa Raahan dhiibbaa bulchiinsi Joo Baayden Ityoophiyaatti taasiisaa jiru mormuun…
Oduu biyya keessaa Kanneen Garee shororkeessaa ABUT waliin hiriiraan hundi karaa nagaan harka akka laatan MM Abiy… Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) - Garee shororkeessaa ABUT waliin kanneen hiriiraan hundi karaa nagaan harka akka laatan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waamicha…
Oduu biyya keessaa Warqeen Birrii miiliyoona 12 ol baasuu to’atame Sifen Megersa Nov 29, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) - Warqeen Laabbamaan Birrii miiliyoona 12 fi kuma dhibba 3 fi kuma 50tti tilmaamamu karaa seeraan alaa wayita daddabarfamaa ture Waajjira Gumurukaa damee…
Oduu biyya keessaa Naannoon Sidaamaa Birrii miiliyoona 105 Raayyaa Ittisaaf akaakuu fi maallaqaan deeggarsa taasiise Sifen Megersa Nov 29, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Naannoon Sidaamaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 5 Raayyaa Ittisaaf akaakuu fi maallaqaan deeggarsa taasiiseera. Naannichi Birrii…