Ispoortii Zidaan Maachisteer Yuunaayitiid leenjisuuf fedhii hin qabu jedhe Sifen Megersa Nov 22, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Maanchisteer Yuunaayitiid Zinaddiin Zidaan kilabicha akka leenjisuuf gaaffii dhiyeessuus, zidaan ammatti fedhii kan hin qabne ta’uu ibseera.…
Biiznasii Diinagdee duula birmadummaa baachuu danda’u ijaaruuf hojjetamaa jira – Tajaajila Kominikeeshinii… Sifen Megersa Nov 22, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Diinagdee duula birmadummaa baachuu danda’u ijaaruuf hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera. Damee Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Kutaan Magaalaa Addis Katamaa Birrii miiliyoona 70 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise Sifen Megersa Nov 22, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) - Kutaan Magaalaa Addis Katamaa Birrii miiliyoona 70 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiiseera. Dargaggoota, hoggantootaa fI…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad aangorraa kaasuun yaalii mootummaa ce’umsaa hundeessuuf taasiifamu nan morma… Sifen Megersa Nov 21, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Maree siyaasaanis ta'ee humna waraanaan Muummee Ministiraa DRI Abiy Ahimad aangorraa kaasuun yaalii mootummaa ce'umsaa hundeessuuf taasiifamu kan morman…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen Lixaa olola sobaa tamsaasuun beekkaman Sudaan keessatti walitti qabamuu dhaga’ame Sifen Megersa Nov 21, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Dhaabbileen Miidiyaa Lixaa olola sobaa Ityoophiyaarratti tamsaasuun beekkaman Sudaan Kaartumiin deeggaraman Sudaan magaalaa Waad Muuzaamiil keessatti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuun carraa Afrikaanootaa gara fuulduraa waliin dhaabbachuudha –… Sifen Megersa Nov 21, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuun carraa Afrikaanootaa gara fuulduraa waliin dhaabbachuu ta'uu Itti gaafatamtuun Seekreetariyaat Preesii Waajjira Muummee…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen waraanaa Dabaarqii karaa Gondariin fe’amee ba’uuf ture to’atame Sifen Megersa Nov 21, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Meeshaaleen waraanaa Dabaarqii karaa Gondariin fe'amee ba'uuf ture hordoffii cimaa Tajaajilli odeeffannoo fi Nageenyi biyyaalessaa fi Raayyaan Ittisaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Algee Saachii Gooticha Raayyaa Ittisa biyyaaf deeggarsa… Sifen Megersa Nov 21, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Jiraattonni Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Algee Saachii Gooticha Raayyaa Ittisa biyyaaf sangoota 21 fi Birri miiliyoona 9 ol deeggarsa taasiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni godina Oomoo Kibbaa Birrii miiliyoona 15 ol Raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Nov 21, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - Jiraattoonni godina Oomoo Kibbaa Birrii miiliyoona 15 fi Sangoota 200 ol Raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru. Sangoonni aanaalee fi Godinarraa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni godina Gujii Lixaa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman Sifen Megersa Nov 21, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) - kutaaleen Hawaasaa garaagaraa godina Gujii Lixaa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru. Dargaggoonni, Dubartoonnii fi haadholiin Raayyaa Ittisaaf dhiiga…